As .... w r .. wb.... Akkama jirtu
Jiruuf jinee
New media
31/07/2021
Muka biyya jiruun mana ijaaran jedha Oromoon,akka jirtu laalii akka jiruun jirtutti jiraadhu,akkuma itti jirantu jiruudhaa beeki.
Ee.
ka aaru darbanii ka bobahu hin arganii hubadhu, kan lafee siqorqu,foon sirriitti siwaddu,ka affeelee sinyaatu isa sirritti keessa sibeeku gowwaa mana kee keessaa malaan qabadhu.
atis beeki.
beekaafi goota Ormaa faarsuu irra gowwaafi jallaa ufii qajeelfachuutuu dursaa hubadhu,akkuma gaafa sitti dabe hiddaan sibuqqisu gaafa sii qajeele immoo hidda gadi sidhaabuu malaa hubadhu.
Jaalakoo
,alagaan yoomuu fira tahee hinbeekuu beekkadhu,tolu si wajji jiraata didu lafee si cabsee sibiraa kutaa beeki, nyaaphni yoomuu nyaaphumaa fira tahee hinbeekuu gadi laalii daawwadhu.
Eee
ilmi namaa hundi hir'uudha beeki,guutuun Rabbi malee hinjiruu guutuu barbaadaa hin oolin,nama qulqulluu barbaada jettee jooraa hin oolin,namni qulqulluun inuu hin dhalannee beeki,qulqulluu barbaada jettee osoo deemtu kophaa hafutu jiraa hubadhu.sinbirri akka biyyaa waccii akka biyyi jirtutti jiraadhu,addunyaan kophaa itti jiraatan hin uumanee beeki.
kanaaf bifas amalas,jireenyas ijjannoos kee qabaadhu malee jiruu addaa jiraadhu malee jettee hedduu hin raatahin.
Sufyan Usman Cush Land
13/06/2021
As.... wr..... wb... bagaa guyyaa fi jalataama fi kabajamaa guyya jummaan isin gahee
02/06/2021
የኢትዮጵያ-ጅቡቲ የትራንስፖርት መተላለፊያ አካል የሆነውን የአዳማ - አዋሽ 60 ኪ.ሜ የፍጥነት መንገድ ዛሬ መርቀናል፡፡ ይህንን እውን ለማድረግ የተሳተፋችሁ ሁሉ እንኳን ደስ አላችሁ፡፡
Today we inaugurated the Adama - Awash 60km expressway which is part of the Ethiopia-Djibouti Transport Corridor. Congratulations to all who are part of realizing this.
02/06/2021
ጆሮ አትስጥ-Gurra hin kennin
❄✴✳❄✴✳❄✴✳❄✴✳
t.me/ahmedin99
የአላህ መልዕክተኛ (ሰ.ዐ.ወ) ከአደራ ጭምር እንዲህ በማለት እንደመከሩት አቡዘር(ረ.ዐ) አስተላልፏል፦ “ወዳጄ የአላህ መልዕክተኛ (ሰ.ዐ.ወ) ለኔ የመጨረሻቸው በነበረው ምክራቸው ላይ በአላህ መንገድ ለማደርገው ጥረት ለተቺዎች ትችት ጆሮ እንዳልሰጥና እንዳልፈራ አደራ ብለውኛል። የቱንም ያህል መራራ ቢሆንም እንኳ እውነትን ብቻ እንድናገርም መክረውኛል።” (አት-ተርጊብ ወት-ተርሂብ፣ ጥራዝ 4፣ ገጽ 11)
Ergamaan Rabbii (s.a.w) akkana jechuun amaanaa waliin akka isa gorsaan Abuu Zarri (R.a)nuf dabarseera :
‘’Jaalalloon koo Ergamaan Rabbii (s.a.w) gorsa (dhaamsa) isaanii kan anaaf isa dhumaa ture irratti tattaaffii karaa Rabbii irratti godhuuf ajiitii (balaaleefanna) ajiifattootaatiif (balaaleefitootaaf) gurra akka hin kenninee fi akka hin sodaanne amaanaa naan jedhaniiru. Hammuma fedhe hadhaawaa yoo ta‘e illee dhugaa qofa akka dubbadhus na gorsaniiruu.’’(At-Targhiib wattarhiib, muj. 4, fuula 11)
Jiruuf jinee New media
as wr wb nagaaf ramaan isaa irraa hajiraatu nabii muhammad s....... a.... w
Akkaama nagaa dha ummaata nabii Muhammad S.....A......w
Location
Telephone
Website
Address
Ar Rawdah
JIRUUJINEE