08/11/2023
ODUU DANSAA👂
Ajajaan WBO Jaal Marroo Dirribaa fi namoonni 3 biroo waliin marii araaraa marsaa 2ffaaf xiyyaara ICRC tiin imalaniiru.
:)Mariin kun boru ykn iftaan Ameerikaatti eegalama.
:)Qaamni araaraa qaamolee kana lamaan jidduu jirus, [Norway, USA, Kenya & IGAD,...!]
Nagaan filannoo hin qabu!
Peace has no alternative!
ሰላም ምርጫ የለውም!
Nagaan jaallan siyaasaa gidduutti bu’u, saba nagaa dheeboteef boqonnaa ta’a; Rabbiin nagaa nuuf haa buusu!
01/09/2023
01/09/2023